Oduu biyya keessaa Giddugalli Arteefishaal Intalajansii eebbifame Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad giddugala Arteefishaal Intalajansii har’a eebbisiisaniiru. Giddugalli kun yaada Muummeen…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Ambootti dhagaan bu’uraa Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi seenaa… Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Siidaa yaadannoo Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi Seenaa Oromoo magaalaa Ambootti ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame.…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Proojaktii Humna Bishaanii Oomoo laga Oomoo daawwatan Wabi Fufa Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Proojaktiin Humna Bishaanii Oomoo laga Oomoorratti kan argamu yoo ta'u, hojiinsaa dhibbeentaa 37 xumuramuu Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaan durfamu sosochii qonnaa naannoo Oromiyaa daawwata… Obse Wakgari Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu sochii qonnaa naannoo Oromiyaa daawwata jira. Jilli kun,…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Oduu biyya keessaa Qaamooleen nageenya maallaqa miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5 gadi akka maallaqa seeraan alaatti… Sifen Megersa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Qaamooleen nageenya maallaqa miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5 gadi akka maallaqa seeraan alaatti ilaaluun too'achuu akka hin qabne Baankiin Biyyaaleessaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jimmaa jiru Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a waaree booda magaalaa Jimmaa galaniiru. Dooktar Abiyy Ahimad buufata xiyyaaraa Jimmaa Abbaa Jifaar…
Oduu biyya keessaa Jilli hoggansa olaanaa Oromiyaa miidhamtoota lolaa laga Awaashif deeggarsa taasise Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Jilli hoggansa naannoo Oromiyaa miidhamtoota lolaa laga Awaash daawwachuun deeggarsa taasise. Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Caffee Oromiyaa waltajjii gamaaggama raawwii bara 2012 fi qophii karoora bara 2013 gaggeessa jira Obse Wakgari Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo ergamoota gurguddoo heeraan kennamaniif irratti hundaa’uun fayyadamummaa ummata naannichaa mirkaneessuuf…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Fayyaa haldureewwan barbaachisu guutuun filannoo biyyaalessaa gaggeessun akka… Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Sababa Vaayrasii koroonaan dheerate kan ture filannoon biyyaalessaa ammaan tana haaldureen guutamee gaggeeffamuu akka danda’u Ministeerri Fayyaa yaada…