Oduu biyya keessaa Baazariin Bu’aa Qonnaa Oromiyaa beeksisu Magaalaa Adaamatti baname Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Baazariin Bu'aa Qonnaa Oromiyaa beeksisu Magaalaa Adaamatti baname. Agarsiisi baazaariifi egzibiishii bu'aa oomisha qonnaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa tarkaanfii miseensoota garee ABUT irratti fudhate ifoomse Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)-Raayyaan Ittisa biyyaa haleellaa Maaykaadiraa hoogganaa kan ture Koloneel Yamaan Gabra Mikaa’eeliin dabalatee hooggantoota garee ABUT irratti tarkaanfii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy daldalli bilisaa naannoo Ardii Afrikaa gara hojiitti galuu isaatiif erga baga… Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daldalli bilisaa naannoo Ardii Afrikaa gara hojiitti galuu isaatiif erga baga gammadanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa Farnajootaa ilaalchisuun hawwii gaarii qaban… Wabi Fufa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa Farnajootaa ilaalchisuun hawwii gaarii qaban ibsaniiru. Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa jilichi ijaarsa daandii cirachaa godina Booranaa aanaa Taltallee- Wandoo- Booree daawwate Wabi Fufa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantitti Qindeesaan Kilaastara Baadiyaa Naannoo Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu ijaarsa daandii cirachaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa damee albuudaan oomishuu kan ishee dandeesisu dandeettii biyyaalessaa uumuun, sharafa… Wabi Fufa Dec 30, 2020 0 Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Muummee Ministiraa Abiy Ahimad Ityoophiyaan albuudawwan uumamaa sona itti dabaluudhaan jireenya namoota karaa aadaatiin albuuda baasanii fi hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran waamicha… Obse Wakgari Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran waamicha dhiyeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Gujii Lixaatti Hidha Gidaaboo aanaa Abayyaa daawwate Obse Wakgari Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Gujii Lixaatti Hidha…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ispoortii Biyyaalessaa walga’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Dec 29, 2020 0 Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Manni Maree Ispoortii Biyyaalessaa walga’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira. Walga’icharratti itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu godina Gujiitti bu’uraalee misoomaa garaagaraa daawwate Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Gujii aanaa Liiban ganda…