Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy mudaama adda addaa laatan Obse Wakgari Nov 8, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad mudaama adda addaa laatan. Haaluma kanaan:- 1,Obbo Dammaqaa Mokanniin itti aanaa muummee ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy kayyoon mootummaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigraayitti tarkaanfiin eegale… Obse Wakgari Nov 8, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad kayyoon mootummaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigraayitti tarkaanfiin eegale finxaaleeyyii garee…
Oduu biyya keessaa Sirna demookraasii mirkaneessuuf olaantummaan seeraa kabajamuu qaba -MM Dooktar Abiy Sifen Megersa Nov 7, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Sirna demookraasii heera mootummaarratti hundaa’eetti ce’uuf olaantummaa seeraa kabachiisuun kan itti fufu ta’uu Muumeen Ministiraa FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy yakkamtoota waliin maqaa araaraan marii hin teenyu jedhan Sifen Megersa Nov 7, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahmad yakkamtoota waliin maqaa araaraan marii hin teenyu jedhan. Dooktar Abiy qaamolee…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa mootummaan federaalaa naannoo Tigraay gidduu akka galuu fi bulchiinsi yeroo akka… Sifen Megersa Nov 7, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii FDRI mootummaan federaalaa naannoo Tigraay gidduu akka galuu fi bulchiinsi yeroo akka hundaa’u sagalee guutuun…
Oduu biyya keessaa Humnoonni Badii garee Finxaaleeyyii ABUT irraa ergma fudhachuun gocha sukkaneessaa raawwachuuf… Sifen Megersa Nov 7, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) -Humnoonni Badii garee finxaaleeyyii ABUT irraa ergma fudhachuun kutaa biyyattii garaagaraatti gocha sukkaneessaa raawwachuuf socho'aa turan to'atamu…
Oduu biyya keessaa Duulli marsaa jalqabaa garee ABUT irratti fudhatame milkiin xumuramu Dooktar Abiy ibsan Obse Wakgari Nov 6, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Duulli marsaa jalqabaa garee ABUT irratti fudhatame milkiin xumuramu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Humni Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan yakkamaaf bakka hin qabdu-Dr Abiy Obse Wakgari Nov 6, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan qaama yakkamaa ta’eef bakka hin qabdu jedhaniiru. Dooktar Abiy fuula Twiitara isaanitiin…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Biyyaa tarkaanfiin kaaba Ityoophiyaatti fudhachaa jiru ifaa fi kaayyoo kan… Obse Wakgari Nov 6, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisaa Biyyaa tarkaanfiin kaaba Ityoophiyaatti fudhachaa jiru ifaa fi kaayyoo kan qabu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa ABUT magaalotaa gurguddoo keessaatti haleellaa raawwachuuf gareen bobbaase to’atama jiru Obse Wakgari Nov 6, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC)- ABUT magaalotaa gurguddoo keessaatti haleellaa raawwachuuf gareen bobbaase to'atama jiraachuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Komiishinarri…