Oduu biyya keessaa Walga’iin waggaa ambaasaaddarootaa eegalame Obse Wakgari Aug 24, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Walga'iin waggaa ambaasaaddarootaa eegalame. Waltajjii waggaa kanarratti hoggansi olaanoo Ministeera Dhimma Alaa FDRI, ambaasaaddaroonnii fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman kuma 40 darbeera Obse Wakgari Aug 24, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman kuma 40 darbeera. Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaa sa'aa 24 kaleessa ifoomen namoota…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonni naannoo Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa… Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Preezdaantonnii mootummaa naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz hidha haaromsaa guddiicha Ityoophiaa daawwata jiru. Deeggarsa hidhichaaf abbaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,368 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Aug 23, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,368 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad haroon Wancii jannata lafarrati jedhan Wabi Fufa Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad haroon Wancii jannata lafarrati jedhan. Bakka duraan voolkaanoo cimaan ture kana har'a burqaawwan ho'aafi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministeeroota walga’ii guyyaa har’aa gaggeesseen ajandaawwan garagaraa irratti murtee… Wabi Fufa Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2012 (FBC) –Manni Maree Ministeeroota walga’ii guyyaa har’aa gaggeesseen ajandaawwan garagaraa irratti murtee dabarse. Manni Maree Ministeeroota walga’ii idileessaa…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni biyya eeganii, misoomsanii dhalootaf dabarsuu qabu-preezdaant Saahilawarq Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Dargaggoonni biyya abbootirraa dhaalan eeganii, misoomsanii dhalootaf dabarsuu qabu jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waliinii Paartilee Siyaasaa waliigaltee biyyoolessaarratti mari’ataa jira Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Manni Maree Waliinii Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa waliigaltee biyyoolessaarratti marii gaggeessaa jira. Waltajjiin marii kun Galma…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Shimallisiin duurfamu Baalee Roobee, Gobba fi magaalota ollaa daawwatan Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisatiin duurfamu Baalee Roobee, Gobbaa fi magaalota ollaa daawwatan. …
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa mallattoo waltumsaati -obbo Dammaqaa Makoonnan Obse Wakgari Aug 22, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 16, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa mallattoo waltumsaati jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan. Waltumsaan waa milkeessuu akka…