Obbo Gadduun Andaargaachaw duula naannoo Tigraayitti gaggeeffama jirun preezdaantii Somaaliyaaf ibsa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Gorsaan nageenya biyyoolessaa muummee ministiraa obbo Gadduu Aandaargaachaw duula olaantummaa seeraa kabachiisu naannoo Tigraayitti gaggeeffama jirun…