Oduu biyya keessaa Haala ittisa dhibee COVID-19 ilaalchisee mariin gaggeeffame Sifen Megersa Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojmaata vaayrasii koroonaa ittisuu ilaalchisee Preezdaantoota, itti aantootaa Preezdaantii naannoolee fi…
Oduu biyya keessaa Daandiiwwan Finfinnee 13rratti biifaan keemikaalaa ni hojjetama Obse Wakgari Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2012 (FBC) – Booru daandiiwwan magaalaa Finfinnee 13rratti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii ni hojjetama. Haaluma kanaan;…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu… Obse Wakgari Mar 28, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 19,2012(FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera. Koreen Kenna Tajaajila Lammummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Qoricha aadaa fi ammayyaa waliin qindeessuun vaayrasii koroonaaf daawaan qophaa’aa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Qoricha aadaa fi ammayyaa waliin qindeessuun vaayrasii koroonaaf daawaan qophaa’aa jiraachuu ibsame. Ityoophiyaatti weerara vaayiiraasii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan haaraa ifoomse Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf murteewwan haaraa ifoomse. Muummeen Ministeeraa FDRI Abiy Ahimad vaayrasii koroonaa ittisuuf koree…
Oduu biyya keessaa Namoota qajeelfama mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf baase hojiirra hin oolchinerratti… Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) –Namoota qajeelfama mootummaan vaayrasii koroonaa ittisuuf baase hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu Poolisiin Feedaraalaa…
Oduu biyya keessaa Namni vaayrasii koroonaan qabame 1 Adaamaatti argame Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti namni vaayrasii koroonaan qabame tokko argamuu koreen taaksi foorsii naannichaa beeksise. Namoonni isa…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ilaalchisee qaamoolee miidiyaalee hawasummaan odeeffannoo sobaa tatamsaan irratti… Sifen Megersa Mar 27, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ilaalchisee qaamoolee miidiyaalee hawasummaan odeeffannoo sobaa tatamsaan irratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame. Vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Ramaddiin ambaasaaddarootaa ifoome Obse Wakgari Mar 26, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Ramaddiin ambaasaaddarootaa ifoome. Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Gurraandhala 24,2012 muudama ambaasaaddaroota 15 ifoomsun…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf duursinee qophaa’uu fi qajeelfamoota mamii malee hojiirra oolchuu… Obse Wakgari Mar 26, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf duursinee qophaa'uu fi qajeelfamoota mamii malee hojiirra oolchuu qabna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.…