Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Hararii muudama haara mirkaneesse Wabi Fufa Aug 29, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii muudama haara mirkaneesse. Manni Maree naannoo Hararii af-yaa’ii mana maree olaanaa fi itti aanaa preezdaantii muude. Manni…
Oduu biyya keessaa Namoonni dabalataa 1,733 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e Wabi Fufa Aug 29, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,733 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleeessa darbeen…
Oduu biyya keessaa Himatamtoota hiriira deeggarsaa MM FDRI Dooktar Abiy irratti boombii darbachuun yakka… Sifen Megersa Aug 28, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Hiriira deeggarsa Waxabajii 16, 2010 addabaabayii Masqalaatti ba’amerratti boombii darbachuun himatamtoonni yakka shoroorkeessummaan himatam 5 badii…
Oduu biyya keessaa Balaa lolaa xiqqeessuuf hojii misooma sululaarratti xiyyeeffaannoo laachuun murteessadha – Dammaqaa… Sifen Megersa Aug 28, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin Balaa lolaa xiqqeessuuf hojii misooma sululaarratti xiyyeeffaannoo laachuun murteessadha…
Oduu biyya keessaa Manni murticha dhimma obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaa qorannoo duraa hafan dhaggeeffachuuf… Sifen Megersa Aug 28, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddachi ramaddii Araadaa dhimma obbo Jawaar Mahaammaadfaarratti raga qorannoo duraa hafan dhaggeeffachuuf…
Oduu biyya keessaa Imalli Badhaadhinaa hoggantoota ga’umsa qaban horachuudha –MM FDRI Dooktar Abiy Sifen Megersa Aug 28, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) –Imalli Badhaadhina hooggantoota ga’umsa qaban horachuudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy, imalli…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon Ministeera Fayyaa dhaabbilee Fayyaa Kaaba Shawaa daawwatan Sifen Megersa Aug 28, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Ministeera Fayyaa kenniinsa tajaajila yaala idilee fi vaayrasii koroonaa dhaabbilee Fayyaa Kaaba Shawaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin mata duree ‘Shaggar gara biyya’ jedhu gaggeeffamera Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Waltajjiin ‘Shaggar gara biyya’ jedhu waajjira muummee ministiraatti gaggeefamera. Maricharratti muummeen ministiraa duraanii fi walitti qaban boordii…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli odeffaannoo fi nageenya biyyooleessaa shororkeessummaa fi daddabarsa meeshaalee waraanaa… Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Tajaajilli Odeffaannoo fi Nageenya Biyyooleessa shororkeessummaa fi daddabarsa meeshaalee waraanaa seeraan alaa ittisuun nageenya biyyooleesaa…
Fayyaa Chaayinaan marsaa 3ffaaf deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa taasifte Obse Wakgari Aug 27, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa marsaa 3ffaaf deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa Ityoophiyaaf taasise. Deeggarsichaan haguugduu afaanii fi funyaanii…