Manni murtichaa galmee obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaalee hafan dhaggeeffate
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddachi ramaddii Araadaa galmee obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaalee hafan dhaggeeffate.
…