Oduu biyya keessaa Waajjirri mana marichaa raawwii hojii baatii 6 gamaaggame Obse Wakgari Mar 3, 2020 0 Finfinnee Gurraandhala 24, 2012 (FBC) -Waajjirri Mana Maree Qindeessituu Hirmaannaa Ummataa Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa raawwii hojii baatii 6 gamaaggame. …
Oduu biyya keessaa Jilli Ityoophiyaa af yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa… Obse Wakgari Mar 3, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa af yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa Caafotiin duurfamu Jibuutii daawwate. Obbo Taaggasaan…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Waldaa Abbootii Qabeenyaa Taaksii Finfinnee MM Dr Abiy waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 2, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) -Miseensonni Waldaa Abbootii Qabeenyaa Taaksii Finfinnee muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waliin mari'atan. Miseensonni waldichaa…
Oduu biyya keessaa Adwaan injifannoo gootummaa walooti – preezdaant Saahilawarq Zawdee Obse Wakgari Mar 2, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Adwaan injifannoo gootummaa walooti jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan gaarren…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan sirnoota addaddaatin kabajame Obse Wakgari Mar 2, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan sirnoota addaddaatin kabajame. Ayyaanichi magaalaa Finfinnee fi magaalaa Adwaatti…
Oduu biyya keessaa Mootummoonni naannoollee ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsan Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Mootummoonni naannoolee, bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi dhaabbileen federaalaa ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy guyyaa injifannoo Adwaa ilaalchisuun ergaa dabarsan Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaa Guyyaa injifannoo Adwaa ilaalchisuun ummata Ityoophiyaa hundaaf ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Ibsa mootummaan Hidha Haaromsa Ityoophiyaa Guddichaa irratti kenne Wabi Fufa Feb 29, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) - Mootummaan Hidha Haaromsa Ityoophiyaa Guddichaa irratti ibsa kenne. Ministeerri Dimmaa Alaa FDRI fi Ministeerri Bishaan, jallisii fi Iinarjii FDRI…
Oduu biyya keessaa Manni maree Ministeeroota walga’ii idileessa 80ffaa har’a gaggeesseen murtee dabarse Wabi Fufa Feb 29, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) –Manni maree Ministeeroota walga’ii idileessa 80ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtee dabarse. Manni marichaa…
Fayyaa Vaayrasii koroonaatin shakkamee kan ture bilisa – Ministeerri Fayyaa Obse Wakgari Feb 29, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) - Vaayrasii koroonaatiin qabameeran shakkamee tursa keessa kan ture bilisa ta'uun mirkanaa'uu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise. Shakkamaan guyyoota…