Oduu biyya keessaa Ibsa haala yeroo fi ejjennoo mootummaa naannoo Oromiyaa Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Mootummaan naannoo Oromiyaa haala yeroorratti ibsaa fi ejjennoo baaseera. Guutuun ibsichaa haala armaan gadiin dhiyaatera. …
Oduu biyya keessaa Hidha haaroomsaarratti mari’achuuf waliigalteerra ga’ame Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts garaagarummaa Hidha Haaroomsa Guddicharratti qaban mariin furuuf waliigalteerra ga’an. Haala guutinsaa fi…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 190 irratti vaayrasiin koroonaa kan argame yoo ta’u, 5 ammoo… Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012(FBC)- Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 190 irratti vaayrasiin koroonaa kan argame yoo ta’u, 5 ammoo lubbuun darban. Sa’aa 24 darbe keessatti…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dr Abiy Ahimad badhaasuuf murteen dabarse sirrii ta’uu korichi beeksise Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) –Noorwayitti Koreen Noobeelii badhaasa Noobeelii nageenyaa bara Faranjootaa 2019 kan injifatan Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad badhaasuuf…
Oduu biyya keessaa Qulqullinni ijaarsa Hidha Haaromsaa, hidhoota Sudaanii fi Gibts ni caala – ministira… Obse Wakgari Jun 8, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Ministirri Ministeera Jallisii fi Qabeenya Bishaanii Sudaan Yaasiir Aabbaas qulqullinnii fi nageenyi ijaarsa Hidha Haaromsaa, kan Sudaanii fi Gibts kan…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 136 irratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari Jun 8, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 136 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa 4775 gaggeeffamuu…
Biiznasii Daldalli alaa Ityoophiyaa %13 guddateera – MM Dooktar Abiy Obse Wakgari Jun 8, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Daldalli alaa Ityoophiyaa %13 guddateera jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy ibsa Mana Maree Bakka Bu'oota…
Oduu biyya keessaa Miidhaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsiisu ittisuuf ummanni qajeelfamaa fi gorsa kennamu… Obse Wakgari Jun 8, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad miidhaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsiisu ittisuuf ummanni qajeelfamaa fi gorsa kennamu hojiirra oolchuu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Dabalataan Namoota 86 Irratti Vaayrasiin Koroonaa yoo argamuu, lubbuun namoota 7… Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Ityoophiyaatti Dabalataan Namoota 86 Irratti Vaayrasiin Koroonaa yoo argamuu, lubbuun namoota 7 darbeera Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) - Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 86 irratti…
Oduu biyya keessaa Dr. Abiy guyyaa boru gaaffiilee miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummatarra kaa’anif yaadaa fi… Obse Wakgari Jun 7, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) –Mummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa boru gaaffiilee miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummatarra kaa’anif yaadaa fi deebii ni kennuu…