Oduu biyya keessaa Dr Mulaatun ministira Dhimma Alaa Saawdii waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Dooktar Mulaatuu Tashooman ministira Ministeera Dhimma Alaa Saawdii Arabiyaa mootii Faysal biin Faarhaan biin Abdullaah waliin mari'atan…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad dhaabbaata tola ooltummaa Biraayit Istaar daawwatan Wabi Fufa Dec 29, 2019 0 Finfinnee, Muddee 19, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad dhaabbaata tola ooltummaa Biraayit Istaar daawwatan. Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad ijaarsa daandii Marawwaa -Somooddoo -Saqqaa – Simooddoo – Limmuu… Obse Wakgari Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa daandii aspaaltii Marawwaa -Somooddoo -Saqqaa - Simooddoo - Limmuu jalqabsiisan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy bakka qonna magaalaa daawwatan Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC)- Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka qonna magaalaa daawwatan. Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Isaayyaas daawwii isaanii Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaanii deebi’an Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin daawwii isaanii Ityoophiyaa xumuruun har'a gara biyya isaanii deebi'aniiru. Preezdaantichi…
Oduu biyya keessaa Affeerraa irbaataa preezdaant Isaayyaas…. Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Affeerraan irbaataa preezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiif qophaa'e eda galgala Masaraa Mootummaatti mata duree "Boqonnaa seenaa waloo yaa kabajnu"…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti ijaarsa Imbaasii Eertiraatif dhagaan bu’uuraa kaa’ame Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 FBC) –Ityoophiyaatti ijaarsa Imbaasii Eertiraatif dhagaan bu'uuraa kaa'ame Mootummaan Eertiraa imbaasii akka haaraatti magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Bishooftuu fi Duukam daawwatan Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin hojiilee misoomaa magaalaa Bishooftuu daawwatan. …
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwachaa jiru Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli Eertiraa preezdaantii biyyattii Isaayyaas Afawarqiitin duurfamu Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwachaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin jaarsolii biyyaa naannoo Tigraayii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Waltajjiin jaarsolii biyyaa naannoo Tigraayii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira. Waltajjiin marii ummattoota, jaarsolii biyyaa fi hayyoota naannoo…