Oduu biyya keessaa Hiikkaa heeraarratti yaadni ogeeyyii dhaggeeffatame Obse Wakgari May 21, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Daangaawwan kaa'amanii fi dhoorkiiwwan sochii filannootif mijatoo waan hin turreef filannoon haqamuu walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyoolessaa…
Oduu biyya keessaa Joosee Jaaksan, Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan tumsamuu qabdi jedhan Obse Wakgari May 21, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Falmaan mirga siiviilii Joosee Jaaksan, koongirasiin Ameerikaa Hidha Haaromsaarratti murtoo Ityoophiyaa deeggaru akka dabarsu gaafatan. …
Oduu biyya keessaa Pr MNO obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Fiichee Cambalalaa sababeechuun ergaa baga geessanii… Sifen Megersa May 20, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Fiichee Cambalalaa bara 2012 sababeechuun ergaa baga geessanii dabarsan…
Oduu biyya keessaa Hidhaa haaroomsaa guddicharratti ambaasaadarootaaf ibsi laatame Sifen Megersa May 20, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) –Ambaasaadaroota biyyoota Eeshiyaa Paassifikii fi Giddugala Bahaaf waa’ee hidha haaroomsaarratti ibsi laatame. Ministirri Dhimma Alaa FDRI…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dr. Abiy Ahimad ayyaana Fiichee Cambalaalaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa May 20, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Fiichee Cambalaalaa bara 2012 ilaalchisee ergaa baga isiniin ga’ee dabarsan. Ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaan dabalataan namoota 24 irratti argame Sifen Megersa May 20, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 24 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24 darbe keessa…
Oduu biyya keessaa Haallii weerara vaayrasii koroonaa torbee lamaan darbe keessa muul’ate kan baatii lamaan darbanii… Sifen Megersa May 20, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Haallii weerara vaayrasii koroonaa torbee lamaan darbe keessa muul’ate kan baatii lamaan darbanii caalaa yaddeesaadha jedhame. Tatamsa’inni…
Idil Addunyaa Biyyoonni sadeen garaagarummaa hidha haaroomsaarratti qaban karaa nagaan furuu qabu- DhMG Sifen Megersa May 20, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) –Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi garaagarummaa hidha haaroomsaarratti qaban karaa nagaan furuu akka qaban Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gaafate.…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa laga Naayilii fi hidhi haaromsaa fayyadamummaa tarsiimoo Ityoophiyaaf qaban… Wabi Fufa May 19, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa laga Naayilii fi hidhi haaromsaa fayyadamummaa tarsiimoo Ityoophiyaaf qaban beekkamtii akka kennu ibse. Preezdaantonni…
Oduu biyya keessaa Qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbe keessatti gaggeeffameen namoota 14 irratti vaayrasiin… Wabi Fufa May 19, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti saamuda namoota kuma 3 fi 271 gaggeeffameen namoota 14 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Namoota 14…