Waajjirri Muummee Ministiraa dhimma COVID-19 ilaalchisuun ibsa baaseera
Qaamoole fayyaa fi nageenya hawaasarrattii hokkora oofan irrattii qaamnii seera kabachiisuu hojii seera kabachiisuu siriittii akka raawwatu kallattiin kaa'ameera -waajjira Muummee Ministiraa…