Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 150 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 150 irratti vaayrasiin koroonaa argamuun mirkanaa'e.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii…