Oduu biyya keessaa Manni marichaa muudama ministiroota 3 raggaasise Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI muudama ministiroota 3 raggaasise. Miseensonni mana marichaa adeemsi muudama ministiroota 3 ittiin ifoome sirrii…
Oduu biyya keessaa Koroonaa ittisuuf imaltoota gara Ityoophiyaa seenaniif hojiin ho’ina qaamaa adda baasuu itti… Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Koroonaa vaayrasii ittisuuf imaltoota gara Ityoophiyaa seenaniif hojiin ho'ina qaamaa adda baasuu itti fufiinsan hojjetamaa jira jedhan ministir deettaan…
Oduu biyya keessaa “Dhimma barattoota ugguramanirratti gareen qorannaa sadi hundaa’ee hojjechaa… Obse Wakgari Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – "Mootummaan dhimma barattoota ugguramaniirratti itti gaafatamtummaan hojjechaa jira." jedhan itti gaafatamaan prees sakreetarii Waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaa Ameerikaatti kaleessa eegalame har’as itti fufuun gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 29, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Mariin Hidha Haaromsaa Ameerikaatti kaleessa eegalame har'as itti fufuun gaggeeffamaa jira. Walga'iin ministiroota Dhimma Alaa Ityoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan damee siiviil aaviyeeshiniitin raawwii gaarii galmeessisteetti jedhame Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan damee siiviil aaviyeeshiniitin raawwii gaarii galmeessisteetti jedhame. Jilli Dhaabbata Siiviil Aaviyeeshinii Addunyaa torbee tokkoof…
Oduu biyya keessaa Namoonni vaayrasii koronaan shakkaman qorannoo biyyaa keessan bilisa ta’uun isaanii ibsame Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koronaan shakkaman qorannoo biyyaa keessan bilisa ta'uun isaanii ibsameera. Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoota kuma 1 fi 600 ta’an seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne- obbo Birihaanuu Tsagaaye Sifen Megersa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Shakkamtoota yakkoota garagaraan barbaadaman kuma 3 keessaa kuma 1 fi 600 seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne jedhame. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Ministiroota Ityoophiyaa fi Jarman walga’iisaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Ministiroota Ityoophiyaa fi Jarman walga'iisaa gaggeessaa jira. Koomiishiniin ministiroota biyyoota lamaanii magaalaa Finfinnee,…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy daawwannaa Eeritraa xumuran Sifen Megersa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad daawwaannaa Eeritraa xumuraniiru. Daawwaannaa guyyoota sadiif taasisaan keessatti dhimmoota waloo sadee…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa sektaroota sadii gamaaggame Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa bara 2012 sektaroota sadii gamaaggameera. Koreen kun,…