Ityoophiyaatti Namoota Dabalataa 30 Irratti Vaayrasiin Koroonaa Argame
Finfinnee, 19, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 30 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe keessa samuudaan…