Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makoonnan Booris Joonsan waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 21, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan muummee ministira Biriitaaniyaa Booris Joonsan waliin mari’atan. Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan ministira Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Briitaaniyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan ministira Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Briitaaniyaa Aalook Shaarmaa, akkasumas hoggansa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Emmireetonni Arabaa Gamtooman hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil itti aanaa muummee ministiraa fi ministira Ministeera Biyya Keessaa Emmireetota Arabaa…
Oduu biyya keessaa Sudaanii fi Ityoophiyaan tumsa damee nageenyaa fi raayyaa ittisaarratti waliin hojjechuuf waliigalan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) –Sudaanii fi Ityoophiyaan tumsa damee nageenyaa fi raayyaa ittisaarratti waliin hojjechuuf waliigalan. Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Hambaalee kunuunsuun eeggachuun barbaachisaadha -preezdaant Saahilawarq Wabi Fufa Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa galmee hambaa kiliyaa addunyaarratti galmaa'e kunuunsuun caalmaan beeksisuun murteessadha jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan yaa’ii invastimantii Briitaaniyaa-Afrikaarratti hirmaatan Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan yaa'ii invastimantii Briitaaniyaa - Afrikaarratti hirmaatan. Itti aanaan muummee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa kabajame Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Jaalalaa fi tokkummaa biyyaa itti fufsiisuuf hunduu harka walqabatee socho'uu qaba jedhan paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa qulqulluu…
Oduu biyya keessaa Koreen teeknikaa Hidha Haaromsaa muummee ministiraa Dooktar Abiyyiif ibsa laate Obse Wakgari Jan 20, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Koreen teeknikaa Hidha Haaromsaa guutinsa bishaanii fi raawwii hojiirratti muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ibsa laate. Korichi…
Oduu biyya keessaa Ergaa itti aanaan preezdaantii MNO obbo Shimmallis ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan Wabi Fufa Jan 19, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Ergaa itti aanaan preezdaant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan. Duraan dursee, hordoftoota…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa dabarsaan Wabi Fufa Jan 19, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa dabarsaaniiru. Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad ummattoota…