Oduu biyya keessaa Jiibuutiin Ityoophiyaaf kiraayi buufataa % 82.5 hir’ifte Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Mootummaan Jiibuutii meeshaalee Ityoophiyaan karaa buufata Jiibuutiin gara alaatti ergitu % 82.5 hir’isuu Muummeen Minitsitiraa FDRI Abiya Ahimad…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Tarkii waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Tarkii Reesiip Xaayip Erdogaan waliin mari’achuu isaanii ibsan. Preezdaantiin Tarkii Reesiip…
Oduu biyya keessaa Weerara COVID -19 ittusuuf hojiin hojjetamaa jiru haala gaarirra jira – MM FDRI Abiy Ahimad Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree Ministirootaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hundaa’e waliin mari’atan. Muummeen Ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Gabaa fi sirni qalma Ayyaanaa of eeggannoo cimaan raawwatamuu akka qabu ibsame Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Gabaa fi sirni qalma Ayyaana Hiikaa of eeggannoo cimaan raawwatamuu akka qabu ibsame. Ministiroonni Ministeera Fayyaa fi Daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 8 dabalataan argaman Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 8 dabalataan argaman. Lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 82 ga'uu isaanii Ministirri…
Oduu biyya keessaa Sochii Vaayrasii Koroonaa ittisuu fi to’achuuf godhamu keessatti dagannaan muul’atu… Sifen Megersa Apr 14, 2020 0 Finfinnee, Eebila 6, 2012 (FBC) –Sochii Vaayrasii Koroonaa ittisuu fi to'achuuf godhamu keessatti dagannaan muul'atu dhaabbachuu qaba jedhame. Sadarkaa itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoota dabalataa sadirratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) –Ityoophiyaatti namoota dabalataa sadirratti vaayrasiin koroonaa argame. Lakkoofsi namoota vaayrasicharraa dandamataniis 14 qaqqabeera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa raawwii labsii yeroo ariifachiisaarratti hoggansa qaamolee seera kabachiisan waliin… Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan raawwii labsii yeroo ariifachiisaarratti hoggansa qaamolee seera kabachiisan waliin mari'atan.…
Oduu biyya keessaa Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa har’a ifatti hojiisaa eegale Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa har'a ifatti hojiisaa eegaleera. Af yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoon…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti sakatta’iinsi ho’ina qaamaa mana manarraa eegalameera Obse Wakgari Apr 13, 2020 0 Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Naannoo Oromiyaatti sakatta'iinsi ho'ina qaamaa mana manarraa eegalameera. Mootummaan naannichaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti hojjechaa…