Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Riippabliika Giinii jiru Obse Wakgari Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) -Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Riippabliika Giinii galaniiru. Wayita Giinii Koonaakrii ga'anis preezdaantiin biyyattii Aalfaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy daawwii hojiitif gara Giinii Koonaakrii imalan Obse Wakgari Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii hojiitif gara Giinii Koonaakrii imalan. Daawwiin hojichaa hariiroo biyyoota lamaanii sadarkaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy jaarsolii, daa’immanii fi qaama miidhamtoota waliin ayyaana kabajan Obse Wakgari Jan 7, 2020 0 Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jaarsolii, daa'immanii fi qaama miidhamtoota waliin Paarkii Tokkummaatti ayyaana Qiillee kabajan. Muummee…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ittiin isin ga’e jedhan Obse Wakgari Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012(FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ittiin isin ga'e jedhan. Dooktar Abiy guyyaan dhalootaa…
Oduu biyya keessaa Ummanni Ityoophiyaa nagaa fi tasgabbii buusuuf hojjechuu qabu – hoggantoota amantaa Obse Wakgari Jan 6, 2020 0 Finfinnee,Muddee 27, 2012(FBC) – Ummanni Ityoophiyaa hundi nagaa fi tasgabbii buusuuf hojjechuu akka qaban dureewwan amantaa waamicha dhiyeessan. Paatriyaarkiin Ortodooksii…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy jiraattota godina Booranaa fi Gujii Lixaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad godina Booranaa fi Gujii Lixaa daawwatan. Dooktar Abiy godina Booranaa magaalaa Yaa'a Balloo fi godina Gujii…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Amajjii 2 fi 3 Afrikaa Kibbaa daawwachuufi Wabi Fufa Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaa daawwachuufi. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Amajjii 2 fi 3,2012 Afrikaa Kibbaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy hoggantoota paartii Badhaadhinaa waliin proojektoota Finfinnee daawwatan Wabi Fufa Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad guyyaa kaleessaa miseensota kaabinee fi hoggantoota paartii Badhaadhinaa waliin proojektoota Finfinnee daawwatan.…
Oduu biyya keessaa ABUT Paartii Badhaadhinaatti akka hinmakamne beeksise Wabi Fufa Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - ABUT Paartii Badhaadhinaatti akka hinmakamne beeksise Addi Bilisummaa Ummata Tigiraay (ABUT) walgahii ariifachiisaa guyyoota lamaaf gaggeessaa tureen…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa filannoon bara kana akka gaggeeffamu ejjennoo cimaa qaba jedhame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa filannoon biyyaaleessaa bara 2012 akka gaggeeffamuu qabu ejjennoo cimaa qabaachuu beeksise. Koreen Hojii Raawwachiiftuu…