MM FDRI Dooktar Abiy ergaa baga geessaniinii ayyaana dubartoota addunyaa waggaa 44ffaa dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad kabaja ayyaana dubartoota addunyaa (March 8 ) 44ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…