Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa jiraattoota kuma 200 ‘f Maaddii qoode Tsehay Guluma Apr 16, 2025 0 Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Ayyaana sooma hiikaa sababeeffachuun jiraattoota magaalichaa galii gadi aanaa qaban kuma 200'f maaddii qoodeera.…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Pireezidaanti Pool Kaagaamee waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Pireezidaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy barreessaa olaanaa Paartii Kooministii Veetnaam waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Veetnaamiitti taasiisaa jiran cinaatti barreessaa olaanaa Paartii Kooministii Veetnaam waliin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Veetnaam dameewwan garaagaraan tumsaan hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Veetnaam dameewwan daldalaafi barnootaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessan. Ministirri Muummee Veetnaam Faam Miin Chiin Ministira…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad simannaa hoo’aa Ministirri Muummee Veetnaam taasisaniif galateeffatan Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa hoo’aa fi kabaja Ministirri Muummee Veetnaam Faam Miin Chiin wayita daawwannaa biyyattiitti taasisan…
Oduu biyya keessaa Magaaloota 63 keessatti Misoomni Koriidarii gaggeeffamaa jira- Aadde Caaltuu Saanii Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) –Misoomni Koriidarii magaalaa Finfinneetti eegalame yeroo ammaa magaaloota 63 keessatti gaggeeffamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee…
Oduu biyya keessaa Guddina diingadee tajaajila Geejjibaa si’ataan saffisisuuf hojjetamaa jira- Dooktar Alamuu Simee Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017(FMC)- Guddina diingadee Itiyoophiyaatti galmaa’e tajaajila geejjibaa fi loojistiksii si’ataan saffisisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Muummee Jibuutii waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Muummee Jibuutii Abdulqaadir Kaamiil Omaar waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Galmoota Badhaadhinaa milkeessuuf dhaabbileen cimanii hojjechuu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Galmoota Badhaadhinaafi karoorawwan waggaa milkeessuuf dhaabbileen cimanii hojjechuu akka qaban Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Seenessi waloo duudhaa obbolummaa sabdaneessaa irratti hundaa’e ijaarameera- Obbo Haayiluu… Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Hojii gama kominikeeshiiniin hojjetameen seenessi waloo duudhaa obbolummaa sabdaneessaa irratti hundaa'e ijaarameera jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…