Reeshoon Liqaan Alaa GDP waliin qabu gara % 13.7tti gadi bu’uu ibsame
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Fooyyessi Imaammata Sharafa alaa hojiirra ooluun sharafni alaa galu akka dabalu taasisuun kuufamni sharafa alaa akka guddatu dandeessisuu ibsameera.…