Ummata miiliyoona 10 hirmaachisuun Daagaa kiiloomeetira miiliyoona 1.2 hojjechuuf karoorfameera-Pir.…
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Naannoo oromiyaatti Ummata miiliyoona 10 hirmaachisuun Daagaa kiiloomeetira miiliyoona 1.2 ol hojjechuuf karoorfamuu Pireezidaantiin Naannichaa Shimallis…