Oduu biyya keessaa Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa eegale Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa har’a eegaleera. Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni Olaanoon mootummaa biroon…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Kaampaalaa galan Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Addaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ugaandaa Kaampaalaa galaniiru. Pireezidaamti Taayyeen…
Oduu biyya keessaa Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti mootummaa… Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)-Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti-mootummaa olaanaa ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Oduu biyya keessaa Kilaastara Sheedii Magaalaa Debela Tadesse Jan 9, 2025 0 Magaalonni keenyaa sirnaakkoo qormaatilee hedduuf mandhee ta’aniidha; godaannisa hundeeffama isaanii irraa kaasanii amma har’aatti giddugala hiyyummaafi hojii dhabdummaan itti angaa’eedha.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan gochaalee sababa malee hawaasarratti dhiibbaa uuman hordofuun tarkaanfii ni fudhata –… Tsehay Guluma Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Mootummaan gochaalee sababa malee hawaasarratti dhiibbaa uumaan hordofuun tarkaanfii kan fudhatu ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Labsiin qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuu fi gaafatama seeraa hordofsiisu ragga’e Debela Tadesse Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 14ffaa har’a gaggeesseen labsii qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuu fi gaafatama seeraa hordofsiisu…
Biiznasii Labsiin Sirna Bittaa fi Gurgurtaa Bu’aalee Boba’aa ragga’e Debela Tadesse Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 14ffaa har’a gaggeesseen labsii sirna bittaa fi gurgurtaa bu’aalee boba’aa irratti mari’achuun sagalee…
Oduu biyya keessaa Gabaan kaappitaalaa dameen dhuunfaa akka cimuu fi ijaarsa diinagdee hinraafamneef gumaacha olaanaa… Debela Tadesse Jan 7, 2025 0 Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Gabaan kaappitaalaa dameen dhuunfaa akka cimuu fi ijaarsa diinagdee hinraafamneef gumaacha olaanaa akka qabu Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Dooktar Abiy Ahimad gadda isaanitti… Debela Tadesse Jan 6, 2025 0 Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gadda Isaanitti dhaga’ame ibsan. Dooktar Abiy ergaa gama…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti saaxilamummaa kirkira lafaan walqabatee koreen ogeeyyii hundaa’e Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti carraa saaxilamummaa kirkira lafaa gara fulduraa mudachuu malu hubannoo keessa galchuun qorannoo of eeggannoo duraa gaggeessuuf koreen…