Idil Addunyaa Xiyyaarri daldalaa jalqabaa Dubaayi ka’uun Isiraa’ee qubatte Sifen Megersa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Xiyyaarri daldalaa yeroo jalqabaaf Emireetoota Araba Gamtoomanii ka’uun Isiraa’eel qubachuu ibsame. Biyyoonni lamaan baatii tokko…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa weerara awwaannisaaf oolan taasifte Obse Wakgari Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) –Chaayinaan Ityoophiyaaf deeggarsa konkolaattootaa fi meeshaalee farraa ilbiisoota weerara awwannisaa ittisuuf oolan taasisuu ishee Ministeerri Qonnaa…
Idil Addunyaa Vaayrasiin koroonaa gogaarra sa’aatii 9 ol akka turu qorannoon tokko ifoomse Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Vaayrasiin koroonaa gogaarra sa’aatii 9 ol akka turu qorannoon tokko ifoomseera. Qorattoonni Jaappaan vaayrasiin koroonaa gogaa dhala namarraa…
Oduu biyya keessaa Finfinnee fi godinaalee ollaan ala guutuu biyyattiitti barnoonni eegalame – Ministeera Barnootaa Sifen Megersa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinnee fi godinaalee ollaan ala guutuu biyyattiitti barnoonni eegalamuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabaatti invastimanti kallaattii alaarraa galiin doolaarri biiliyoona walakka ol argamu… Obse Wakgari Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Kurmaana jalqabaatti invastimanti kallaattii alaarraa galiin doolaarri biiliyoona walakka ol argamu Komishiinin Invastimanti beeksise.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti namoonni 221 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 221 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti manneen barnootaa Bultii Addaa fi sadarkaa 2ffaa Birrii biiliyoona 4.9… Sifen Megersa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa manneen barnootaa Bultii Addaa fi sadarkaa 2ffaa proojektii Ifaa boruu jedhamuun ijaarsiisuuf kontiraaktarootaa fi…
Idil Addunyaa Xaaliyaan vaayrasii koroonatin wal qabsistee tarkaanfi adda addaa ifoomsite Obse Wakgari Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Xaaliyaan vaayrasii koroonaa ittisuun wal qabsistee tarkaanfi adda addaa ifoomsiteetti. Biyyattitti walitti fufinsa guyyota lamaa keessaatti…
Ispoortii Atleet Hagos fiigicha Kiiloo Meetira 10 Xaaliyaanitti gaggeeffameen riikkardii iddichaa fooyyeessun… Sifen Megersa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Atleet Hagos Gabrahiyiwat fiigicha daandirraa fageenya Kiiloo Meetira 10 Xaaliyaanitti gaggeeffameen riikkardii bakkichaa fooyyeessuun moo’ate.…
Oduu biyya keessaa Jilli Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdawuun durfamu Godina Beenchi Shakootti… Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdawuun durfamu Godina Beenchi Shakootti boqqoolloo kilaastaraan faca’e daawwate. Itti…