Oduu biyya keessaa Gidduugalli qorannoo Covid -19 Yuunvarsiitii Amboo hojii eegale Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) –Yuunvarsiitii Ambootti gidduugalli qorannoo vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 10 oliin ijjarramaa ture eebbifamuun hojii eegaleera. …
Oduu biyya keessaa Soomaaliyaan dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo Ityoophiyaa kan deeggartu ta’uu beeksiste Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Soomaaliyaan dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo Ityoophiyaa kan deeggartu ta'uu beeksiste. Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Soomaaliyaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin nageenyaa naannolee Amaaraa fi Afaar gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Sadarkaa hoggansaatti, waltajjiin nageenyaa naannolee Amaaraa fi Afaar gaggeeffamaa jira. Waltajjii kanarratti Preezdaantii naannoo…
Biiznasii Daandichi, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e. Akka gabaasa Afrikaa Loojeestiiksii…
Idil Addunyaa Ameerikaatti namoonni miiliyoona 20 ta’an vaayrasii koroonaan qabamuu hin oolan jedhame Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ameerikaatti namoonni miiliyoona 20 ta'an vaayrasii koroonaan qabamuu hin oolan jedhame. Gidduugalli To’annoo fi Ittisa Dhibee Ameerikaa…
Idil Addunyaa Hinditti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 107 darbe Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Kaabaa fi Baha Hinditti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 107 darbuu himame. Namoonni 83 kutaa bulchiinsa Biiharitti, guyyaa kaleessaa…
Balballoommii fi yaada Rakkoon Afrikaanotaa furmaataa fi fala Afrikaa argachuu qaba- preezdaantii Aljeeriyaa Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Rakkoon Afrikaanotaa furmaataa fi fala Afrikaa argachuu qaba jedhan preezdaantiin Aljeeriyaa Abdalmaadiid Taboonii. Preezdaantichi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan deeggarsa meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii koroonaa Jibuutiif laatte Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan deeggarsa meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii koroonaa Jibuutiif laatte. Deeggarsi meeshaalee yaalaa kun tilmaama…
Ispoortii Liivaar Puul waggaa 30 boodaa waancaa Priimiyar Liigii moo’ate Sifen Megersa Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Liivaar Puul waggaa 30n boodaa abbaa waancaa Priimiyar Liigii Ingilaand bara 2019/20 ta’uu mirkaneeffate. tapha Priimiyar Liigichaa…
Fayyaa Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti muuxannooshee qoodde Obse Wakgari Jun 26, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti muuxannoo qabdu biyyoota miseensa Dhaabbata Fayyaa Addunyaatif qoodde. Ityoophiyaan…