Godinichi yeroo 5ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa Birrii miiliyoona 14 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaatti Godinni Walaayittaa yeroo 5ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa Birrii miiliyoona 14 taasiise.
Deeggarsi maallaqaa…