Magaalaa Naqamtee fi Roobeetti balaaleeffannaan ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC)- Jiraattoonni Magaalaa Naqamtee fi magaalaa Roobee shoroorkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffachuu fi gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruuf hiriira…