Fooramiin Mootummaa fi Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa Godina Arsii Lixaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Fooramiin Mootummaa fi Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramiicharratti Dhaabbileen…