Ispoortii Tootanihaam leenjisaa isaa gaggeesse Sifen Megersa Nov 1, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Tootanihaam Leenjisaa kilabichaa Nuunoo Espiritoo Saantoo gageessuu ifoomse. Lammii Porchuugaal Joosee Morinoo gaggeessuun lammii…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonnii fi ummanni Oromoo Juuntaa awwaluuf qooda isaa akka ba’u gaafatame Sifen Megersa Nov 1, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa dargaggoonnii fi ummanni Oromoo marti Juuntaa awwaluuf qooda isaa akka ba’u waamicha dhiyeesse. Itti…
Oduu biyya keessaa Godinni Arsii godina Booranaatti hongee mudateef deeggarsa garaagaraa taasise Obse Wakgari Nov 1, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC)- Godinni Arsii godina Booranaatti hongee mudateef deeggarsa garaagaraa taasiseera. Aanaalee Godinichaa fi bulchiinsa Magaalaa Asallaarra walitti…
Idil Addunyaa Aljeeriyaan daldala Boba’aa gara Moorookootti ergitu dhaabde Sifen Megersa Nov 1, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 22,2014 (FBC) – Aljeeriyaan daldala Boba’aa Ujummoon gara Moorookootti ergitu dhaabuu beeksiifte. Sababa Waldhabdee biyyoota lamaan gidduutti uumameen…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT Kombolchaatti dargaggoota 100 ol ajjeeseera-Kominikeeshinii Mootummaa Obse Wakgari Nov 1, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT Kombolchaatti dargaggoota magaalichaa 100 ol ajjeesuu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera. Garichi…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godina Jimmaa hongee godina Booranaatti muudateef deeggarsa midhaan nyaata kuntaala 800… Obse Wakgari Nov 1, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Jimmaa hongee godina Booranaatti muudateef deeggarsa midhaan nyaata kuntaala 800 olii fi nyaata beeyiladootaa taasisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hojiin Suphaa madda anniisaa Gibee 1ffaan bishaan osoo hin dhangala’iin gaggeefame Sifen Megersa Nov 1, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 22,2014 (FBC) – Hojiin Suphaa madda anniisaa Gibee 1ffaa bishaan osoo hin dhangala'iin milkiin gaggeefamuun himameera. Teeknooloojiin deeggaramuun madda…
Oduu biyya keessaa Qabsoo hadhaa’aa gaggeessinee injifannoo boonsaa ni dhandhamanna -MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 31, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Qabsoo hadhaa'aa gaggeessinee injifannoo boonsaa ni dhandhamanna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii Ariifachiisaa 4ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa… Sifen Megersa Oct 31, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa'ii Ariifachiisaa 4ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeesseen waamicha ariifachiisaa dabarseera. Humni Weerara…
Oduu biyya keessaa Naannichi waqtii sassaabbiitti hojiin eegalee cimee akka itti fufuu deeggarsi barbaachisu ni… Obse Wakgari Oct 31, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Naannoon Somaaleetti waqtii sassaabiitti hojii eegalame hojii jallisii bonaas cimsee akka itti fufuuf deeggarsa akka taasisuu Ministirri Ministeera…