Naannoo Oromiyaatti baatiwwan sadan darban lammiilee kuma dhibba 3 fi kuma 61f carraan hojii uumamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan sadan darban lammiilee kuma dhibba 3 fi kuma 61f carraan hojii dhaabbii uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Kalaqaa…