Mootummaan Jaappaan Ityoophiyaaf meeshaalee yaala Fayyaa adda addaa deeggarsa taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) - Mootummaan Jaappaan Ityoophiyaaf meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 78tti tilmaamamu deeggarsa taasiisuu ibsame.…