Hospitaala Eekkaa Kotabeetti kutaan Wallaansa yaala cimaa dhukkubsattootaan guuttamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii dabalaa dhufuu hordofee Hospitaala Eekkaa Kotabeetti kutaan Wallaansa yaala cimaa dhukkubsattootaan…