Aadde Adaanach lammiilee Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen dhalattootaa fi lammiilee Ityoophiyaa Ameerikaa Waashiingitan DC fi naannawaa ishee jiraatan…