Oduu biyya keessaa Fichisiistonni Turki Ityoophiyaaf sibiila dhiyeessuufi Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Fichisiistonni sibiilaa Turki, meeshaalee sibiilaa fi sibiilaan walqabatan Ityoophiyaaf akka dhiyeessan waliigalteerraa ga’amuu Dhaabbannii Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti dubartiin gabaaduun nagaan deesse Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Dheerina seentii meetira 61’n ‘Dubartii gabaabduu Ityoophiyaa’ jedhamuun Galmee Dinqisiisoo Afriikaarratti kan galmooftee Ashaalee Warquu daa’ima…
Oduu biyya keessaa Sarara elektirikii Malkaa Waakkannaa-Roobee deebisuuf hojjetamaa jira-Distiriktii Baalee Roobee Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Humna elektirikii buufata maddisiisaa Malkaa Waakkannaa irraa gara buufata raabsaa elektirikii Roobee geessu deebisuuf carraaqqiin taasifamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Seeronni Ittisa yakka malaanmaltummaa hojiirraa ooluu qabu jedhame Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Seeronni Ittisa yakka malaammaltummaa mootummaan baase hojiirra ooluu akka qaban Koomishiniin Naamusaa fi Farra Malaanmaltummaa Oromiyaa Damee…
Idil Addunyaa Addunyaarratti biyyoonni 54 yeroo hafuura fudhannaa liqii akka barbaachisuun ibsame Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Sadarkaa idil addunyaatti yoo xiqqate biyyoota guddataa jiran 54 dabalatee biyyoota Afrikaa Gammoojjii Sahaaraa gadii 25 hiyyummaa hammaataa keessa…
Oduu biyya keessaa Boordichi sagantaa murtee ummataa ifoomse Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa Naannoo Sabaa fi Sablammoota Kibbaatti kan argaman godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5tti murtee ummataa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata qola bunaa fi lawuzii samerraa zayiita nyaataa oomishurratti tarkaanfiin fudhatame Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Qola bunaa lawuzii sameen makuun dhaabbata zayiita nyaataa oomishurratti tarkaanfiin fudhatame. Abbaan Taayitaa Bulchiinsaa fi To’annoo Nyaataa,…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Afyaa’ii Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC)- Pireezidaanti FDRI Saahilawarqi Zaawude Afyaa’ii Mana Maree Biyyalessaa Kooriyaa Kibbaa Kim Jiin Piiyoon waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii…
Oduu biyya keessaa Yaadannoon Jeneraal Taaddasaa Birruu 100ffaan Onkoloolessa 13rraa eegalee kabajama Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Yaadannoon gootummaa Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu waggaa 100ffaa sirnoota garaagaraan Onkoloolessa 13 irraa eegalee kabajuuf qophiin taasifamaa…
Idil Addunyaa NATO’n Raashiyaa waliin waraana keessa seenuu amaneera-Meedveedeev Debela Tadesse Oct 12, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Waadaa Waraanaa Atilaantik Kaabaa (NATO) Raashiyaa waliin waaraana keessa seenuu Barreessaan NATO Yoonsii Istoltanbarg kallaatti biraan…