Ispoortii Federeeshinichi waliigaltee Wubatuu Abaatee dheeresse Sifen Megersa Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Waliigaltee Leenjisaa garee Biyyaalessaa Wubatuu Abaatee dheeresseera. Federeeshinichi waggoota lamaan…
Oduu biyya keessaa Godinni Jimmaa Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 ol taasise Ayana Dheressa Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Godinni Jimmaa marsaa 2ffaanRaayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa garaagaraa Birrii miiliyoona 30 olitti tilmaamamu taasise. Godinichi guyyaa har’aa…
Biiznasii Saafaariikoom fi Koorporeeshiniin Paarkiiwwanii invastimantii Doolaara miiliyoona 60 mallatteessan Debela Tadesse Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Ityoophiyaa fi Saafaariikom Ityoophiyaan, Paarkii Teeknooloojii fi Quunnaamtii Odeeffannoo keessatti hojii…
Oduu biyya keessaa Kutaaleen Magaalaa Nifaas Silk Laaftoofi Araadaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan Ayana Dheressa Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Kutaaleen Magaalaa Nifaas Silk Laaftoofi Araadaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu ibsame. Kutaan Magaalaa Nifaas…
Oduu biyya keessaa Injinar Taakkalaan Ministira Inarjii Jibuutii waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan, gita isaanii Jibuutii Yooniis Alii Guddin waliin mari’ataniiru.Dhimmoota Inarjii fi…
Oduu biyya keessaa Dhalattoonni Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan dhimmoota yeroo biyyaalessaarratti mari’atan Ayana Dheressa Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Dhalattoonni Tigraay magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraa jiraatan dhimmoota yeroo biyyaalessaarratti mari’atan. Gochaafi badii gareen…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hogganaa Abbaa Taayitaa Invastimantii Kuwaataar waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Abbaa Taayitaa Invastimantii Kuwaataaritti hogganaa Eeshiyaa- Paasifikiifi Afrikaa Sheek Faayisal Biin Taanii…
Oduu biyya keessaa Bara baajataa 2015 magaaloonni Baadiyyaa 280 tajaajila Elektirikaa ni argatu jedhame Sifen Megersa Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa 2015 magaaloota Baadiyyaa 280 tajaajila Elektirikaa qaqqabsiisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Biirichi deeggarsa Birrii miiliyoona 85 olitti tilamaamamu walitti qabe Buusaa Gonofaaf dabarse Debela Tadesse Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii Oromiyaa deeggarsa meeshaalee barnootaa fi nyaata qaamolee garaagaraarraa walitti qabaa ture Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Fooramiin marii bishaanii, dippilomaasii bishaanii fi dhimmoota kominikeeshinii Baahirdaaritti… Debela Tadesse Sep 15, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)-Fooramiin marii bishaanii, dippilomaasii bishaanii fi dhimmoota kominikeeshinii Baahirdaaritti eegalame Fooramichi Ministeerri Bishaanii fi Inarjii…