Rakkooleen Afriikaa Afrikaanotaan akka furaman Ityoophiyaan murannoo cimaa qabdi- Amb. Tashoomaa…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Rakkoleen Afrikaa Afrikaanotaan akka furaman Ityoophiyaan murannoo cimaa qabdi jechuun Chaayinaatti Ambaasaaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Togaa ibsan.…