Oomishaaleen ayyaanaaf barbaachisan magaalattii seenaa jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Ayyaana dhufaa jiru sababaeeffachuun galteewwan yeroo ayyaanaa barbaachisan oomishaaleen hedduun gara Magaalaa Finfinnee seenaa jiraachuu Bulchiinsi…