Idil Addunyaa Dooniin jalqabaa Midhaan Yuukreen feete Buufata Turkii geesse Sifen Megersa Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Erga waraanni Raashiyaa fi Yuukreen eegalamee Dooniin jalqabaa midhaan nyaataa Yuukreen feete Buufata Turkii ga’uu ishee ibsame.…
Teeknooloojii Ityoo Teelekoom Shaashamanneetti mana kitaabaa dijitaalaa Birrii kuma 690 ijaaree hojii jalqabsiise Debela Tadesse Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Itiyoo Teelekoom Magaalaa Shaashamannee mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Shaashamanneetti mana kitaabaa dijitaalaa Birrii kuma 690 ijaare hojii…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Chaayinaa sababeeffachuun erga… Sifen Megersa Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyatti Ittisaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Chaayinaa waggaa…
Ispoortii Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha gulaallii fi xumuraa har’a gaggeeffamurratti ni eegamu Sifen Megersa Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha gulaallii fi xumuraa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har'a Kolombiyaa Kaaliitti…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa biyyaalessaatti lafa qonnaa Arfaasaan misoomsuuf karoorfame keessaa hektaarri miiliyoonni 8… Ayana Dheressa Aug 2, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti lafa qonna Arfaasaan misoomsuuf karoorfame hektaaraa miiliyoona 13.4 keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 8…
Ispoortii Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu… Ayana Dheressa Aug 2, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu federeeshinichaa ifoomseera. Federeeshinichi…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Mufariyaat Kaamiiliin durfamu hoggansa Ministeera Dhimma Alaa Israa’eel waliin mari’ate Ayana Dheressa Aug 2, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Hojiifi Ogummaa Adde Mufariyaat Kaamiiliin durfamu Hogansa Ministeera Dhimma Alaa Israa’eel waliin mari’ateera. Jilichi…
Idil Addunyaa Doorsisa Chaayinaaf gurra kan duuchatan Naansii Peloosiin Taayiwaan galan Ayana Dheressa Aug 2, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Ameerikaa Naansii Peeloosiin Taayiwaan galaniiru. Naansii Peeloosiin Taayiwaaniin yoo kan daawwatan ta’e Chaayinaan tarkaanfii…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Galmeessa Odeeffannoo Biyyaalessaa Paakistaan Ityoophiyaatti ce’umsa teeknooloojii… Ayana Dheressa Aug 2, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galmeessa Odeeffannoo Biyyaalessaa Paakistaan Ityoophiyaatti ce’umsa teeknooloojii taasisuuf qophii ta’uu ibseera. Paakistaanitti…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin walta’iinsa Giddugala Bulchiinsa Damee Nageenyaa Jeeneeviifi Poolisii Federaalaan… Ayana Dheressa Aug 2, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Piroojektiin walta’iinsa Giddugala Bulchiinsa Damee Nageenyaa Jeeneeviifi Poolisii Federaalaan dameewwan garaagaraarratti waggoottan lamaaf hojiirra…