Kenniinsi Tajaajila Baankootaa Teeknooloojirratti hundaa’uu qaba – Dooktar Yinnaagar Dassee
Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Kenniinsi Tajaajila Baankootaa Teeknooloojirratti hundaa’uu akka qabu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Yinnaagar Dasseen hubachiisan.…