Ashaaraa Magariisaa marsaa afuraffaaf qophiin boollaa guutummaa biyyattiitti gaggeeffameera-MM Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa marsaa afuraffaa sagantaa kanaaf guutummaa biyyattiitti hojiin boollaa biqiltuu qopheessuu gaggeeffamaa turuu Muummeen Ministiraa…