Hariiroo naannolee cimsuun olaantummaa heeraa mirkaneesuurratti ga’ee olaanaa qabaachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Hariiroo naannolee cimsuun olaantummaa heeraa mirkaneesuurratti ga’ee olaanaa qabaachuu Ittaantuun Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Aadde Zaahiraa…