Oduu biyya keessaa Feestivaalli Aadaafi Aartii Afrikaa Bahaa Kibxata dhufu eegala Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Feestivaalli Aadaa Fi Aartii Afrikaa Bahaa Kibxataa dhufu akka eegalu, Ministeerri Aadaa fi Ispoortii fi Ministeerri Dhimma Alaa ibsa waloon…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti mankuusaawwan nyaata beeyladaa 6 ijaaruuf karoorfameera jedhame Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti mankuusaawwan nyaata beeyladaa ja’a birri miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 20’n ijaaruuf karoorfamuu Biiroon Qonna Oromiyaa…
Teeknooloojii Chaayinaan Suura kaartaa Addeessaa haaraa beeksisfte Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Chaayinaan sadarkaa addunyaatti qulqullina olaanaa qaba kan jedhame suuraa kaartaa Addeessaa haaraa beeksifteeti. Kaartaa ji’ooloojikaalaa…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan Warqee jalqabaa argatte Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatteetti. Meedaaliyaawwan kunneen kan…
Oduu biyya keessaa Saganataa ashaaraa magariisaa baranaan biqiltuuwwan firiin isanii nyaataaf oolu miiliyoona 500 ol ni… Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Saganataa ashaaraa magariisaa baranaan biqiltuuwwan firiin isaanii nyaataaf oolu miiliyoona 500 ol kan dhaabaman ta’uu Koreen Teekinikaa Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni dhaabbilee akka ardii fi addunyaatti hojjetan keessatti hoggantoota akka ta’an… Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilewarqi Zawudee haaraa kan muudaman Hoji Gaggeessituu Dhaabbata Misoomaa Gamtaa Afriikaa Awudaa Neeppaad Aadde Naardoos…
Biiznasii Daldala ba’ii fi galii saffisiisuuf buufataalee garagaraa fayyadamuuf hojjetamaa jira-Abbaa Taayitaa… Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) –Daldala ba’ii fi galii saffisiisuuf tajaajila buufataalee garagaraa fayyadamuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Maariitaayimii…
Biiznasii Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa Baankota ulaagaa hundeeffamaa guutan saddeetiif eeyyama kenne Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa Baankota ulaagaa hundeeffamaa guutan saddeetiif eeyyama kennuu beeksiseera. Daayrektarri To’annoo Bankii…
Oduu biyya keessaa Adaamaatti deeggarsa hidha guddichaaf Birrii Miliyoona 20 ol walitti qabuuf karoorfameera Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Sirni simannaa Waancaa Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Adaamaattii gaggeeffameera. Sirnicharratti Abbootii Gadaa, Haadholii…
Oduu biyya keessaa Asallaatti proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 100 oliin hojjetamaa jiru jedhame Debela Tadesse Jun 8, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Bulchinsa Magaalaa Asallaatti proojektoonni misoomaa 63 birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 60’n hojjetamaa jiran daawwatamaniiru.…