Biirichi proojektoota bishaan dhugaatii garaagaraa ijaaruuf dhaabbilee ijaarsaa waliin waliigale
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa proojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti ijaaruun hawaasaaf dhiyeessuuf…