Oduu biyya keessaa Hayyuun Seenaa fi Aadaa Oromoo obbo Sintaayyoo Tolaa boqotan Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Hayyuun Seenaa fi Aadaa Oromoo guddaan obbo Sintaayyoo Tolaa Qana’aa dhibee tasa isaan mudateen addunyaa kana irraa du'aan boqotaniiru.…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuu biiliyoonaa 6 dhaabuuf qophiin taasiifamaa jira… Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan sadarkaa biyyaaleessatti biqiltuu biiliyoonaa 6 dhaabuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Ministeerr…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaan Qidduus Giyoorgiis Jimmaa Abbaa Jifaar injifate Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Qidduus Giyoorgiis Jimmaa Abbaa Jifaar 1 fi 0n…
Biiznasii Baankiin Awaash Proojektii qalaqa jajjabeessu ifoomse Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) - Baankiin Awaash Proojektii Kalaqa Hojii jajjabeessu ifoomsee beeksiise. Baankiin Awaash Proojektii kalaqa hojii jajjabeessu kan sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Gochaan ABUT Uummata Tigraay balaarra kan buusuudha – Hayyoota Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Gochaan garee Shororkeessaa ABUT Uummata Tigraay balaarra kan buusuu ta’uu hayyoonni ibsaniiru. Adeemsi garichaa dargaggoota Tigraay…
Fayyaa Qorichi hordoffii dhibee sukkaaraa gosa 2‘f oolu ifoome Ayana Dheressa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Nyaataa fi Qorichaa Ameerikaa qoricha haaraa hordoffii dhibee sukkaaraa gosa 2‘f oolu “Tirzpaataayizid” jedhamu ifoomsuun raggaasisuu…
Ispoortii Tapha Waancaa Afrikaa Bahaa fi giddugaleessaaf taphattoota 23’f waamichi taasiifame Obse Wakgari May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha seekaafaaf taphattoota 23’f waamicha taasiiseera. Leenjisaa olaanaan garichaa Fireew…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 40 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 40 gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota keessa 303…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 300 waliif… Ayana Dheressa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Bankiin Addunyaa Ityoophiyaatti bakkeewwan waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 300 taasisuuf Ministeera…
Idil Addunyaa Gamtaan Awurooppaa dhaabbileen Raashiyaarraa Gaazii bituu akka itti fufan karoora dhiyaaterratti… Sifen Megersa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Biyyoonni Miseensa Gamtaa Awurooppaa qoqqoobbii Raashiyaarra kaa’aan haala hin faallessineen dhaabbileen biyyattiirraa Gaazii bituu akka itti fufan…