Gabaan Dilbataa jiraattoota magaalichaa deeggaruurratti ga’ee olaanaa gumaachaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Gabaan Dilbataa jiraattoota magaalichaa deeggaruurratti ga'ee olaanaa gumaachaa jiraachuu ibsameera.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala'iinsa jireenyaa…