Ispoortii Weelsi 0 – 2 Iraan Sifen Megersa Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni waancaa addunyaa 22ffaan har’a marsaa 2ffaaf Weelsii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Iraaniin xumurameera. Iraan dhiibbaa uumtee…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi midhaanii meetirik tooniin kumni 17 ol naannoo Tigraayiif dhiyaateera-DhMG Ayana Dheressa Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Walakkeessa baatii sadaasaa irraa eegalee deeggarsi midhaan nyaataa meetirik tooniin kumni 17 ol naannoo Tigraayiif dhiyaachuu Dhaabbanni Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Miidhaa dubartootaa ittisuuf qaamoleen hundi ga’eesaanii ba’achuu qabu- Pir. Saahilawarq Zawdee Ayana Dheressa Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Miidhaa dubartoota irra gahu ittisuuf qaamoleen hundi ga’eesaanii ba’achuu akka qaban Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dhaaman. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti rakkoolee nageenyaa furuufi hanna ittisuun dhimmoota dursi kennameef ta’uu ibsame Ayana Dheressa Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti rakkoolee nageenyaaf furmaata barbaaduufi hanna ittisuun dhimmoota xiyyeeffannoon addaa kennameef ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Afrikaa fooyyoftuu uumuuf dargaggootarratti hojjetamuu qaba- Obbo Dammaqaa Makonnin Ayana Dheressa Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Carraa egeree Afrikaa gaarii taasisuufi Afrikaa fooyyoftuu uumuuf hoggantoonni ardichaa dargaggootarratti hojjechuu akka qaban Ittaanaan Muummee…
Oduu biyya keessaa Ityoopiyaa fi Somaaliyaan hariiroo isaanii daran cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokinnin, gita isaanii Somaaliyaa Saaleeh Ahimad Jama waliin Walga’ii Addaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Maalaanmaltummaan qaala’iinsa jireenyaatti aanee qormaata biyyaa isaa olaanaadha-Koomishinicha Debela Tadesse Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Maalaanmaltummaan qaala’iinsa jireenyaa ammaa mul’atutti aanee qormaata biyyaa isa olaanaa ta’uu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaanmaltummaa Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Naannawaalee waraanaan miidhaman deebisaanii dandamachiisuuf hojjechaa jiraachuu naannoleen lameen… Debela Tadesse Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Naannawaalee waraanaan miidhaman deebisaanii dandamachiisuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu naannoleen Beenishaangul Gumuzii fi Kibbaa beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Mariin Gumii Balal marsaa 26ffaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Mariin Gumii Balal marsaa 26ffaan mata duree “Tokkummaa sabdaneessummaa nageenya waaraaf” jedhuun gaggeeffamaa jira. Marichi Waajjira Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen magaalaa Hawaasaa galan Ayana Dheressa Nov 25, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaa galuu ibsame. Pireezidaan Saahilawarq wayita magaalaaHawaasaa ga’an…