Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan eegale
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan eegaleera.
Yaa’ichi bakka Ministiroonni biyyoota miseensa gamtichaa fi hoggantoonni…