Ispoortii Tuuniziyaa 0 – Deenimaark 0 Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Tuuniziyaafi Deenimaark gidduutti gaggeeffameen gareen lameen goolii malee qixa ba’an. Tapha ramaddii 4ffaan…
Oduu biyya keessaa Manni Kitaabaa Abrihoot halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00tti tajaajila kennuu eegaluufi Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Manni Kitaabaa Abrihoot guyyaa boruu irraa eegalee halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00tti tajaajila kennuu eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame. Manni…
Oduu biyya keessaa DhMG’tti Abbaa Murteen kan muudaman Solomoon Araddaa Ityoophiyaa qofa utuu hintaane Afrikaa kan… Debela Tadesse Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Mana murtii Sirna haqaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Abbaa Murtee ta’uun kan muudaman Solomoon Araddaa, Ityoophiyaa qofaa utuu hintaane…
Biiznasii Caalbaasiin Warshaalee Sukkaaraa 8 gara dhuunfaatti naannesuuf ba’e baatii tokkoof dheerate Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Caalbaasii Mootummaan warshaalee sukkaaraa gara dhuunfaatti naannessuuf baase baatii tokkoof dheerachuu ibsameera. Hirmaannaa abbootiin qabeenyaa…
Oduu biyya keessaa Waraanni Ameerikaa humna naannawaa Bishaan Walabaa Kibbaatti cimsaa dhufuun fudhatama hinqabu-Iraan Debela Tadesse Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Waraanni Ameerikaa humna loltummaa isaa naannawaa Bishaan Walabaa Kibbaa Idil Addunyaatti cimsaa dhufuun fudhatama kan hinqabne ta’uu, Iraan beeksifte.…
Oduu biyya keessaa Labsiin Raayyaa Ittisaa of danda’e kan Raayyaa Ittisa Biyyaa madaalu ba’uu akka qabu ibsame Debela Tadesse Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) –Labsiin Raayyaa ittisaa of danda’ee kan Raayyaa Ittisa Biyyaa madaaluu ba’uu akka qabu ibsame. Manni mare bakka bu’ootaa ummataa walga’ii idilee 5ffaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen Hojii Gaggeessitoota Olaanoo Komishinii Godaantotaa fi Dhaabbata Nyaataa fi Qonna… Debela Tadesse Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Hoji Gaggeessitoota Olaanoo Komishinii Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Dohaansi…
Oduu biyya keessaa Daa’imman lama haala suukanneessan kan ajjeeste yakkamtuudha jedhamte Debela Tadesse Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Daa’imman lama haala suukanneessaan lubbuun isaanii akka darbu kan taasifte Hiiwoot Mokonnin yakkamtuudha jedhamte. Finfinnee Kutaa Lammii Kuraatti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii fi Dhaabbanni Geejjibaa Haroo Xaanaa walitti makaman Debela Tadesse Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Geejjiba Gaalaanaa fi Loojistiksii Ityoophiyaa, Dhaabbata Geejjibaa Haroo Xaanaa waliin walitti makame. Sirni walitti makamuu dhaabbilee…
Biiznasii Xiyyeeffannoon qonnaaf kenname qulqullina oomisha daldala alaarratti bu’aa argamsiisuu ibsame Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Xiyyeeffannoon addaa damee qonnaaf kenname qulqullinaafi dhiyeessaa oomisha daldala alaarratti bu’aa argamsiisuu Waldaan Ergitoota Midhaan Dheedhiifi…