Idil Addunyaa Raashiyaa fi Kuubaan hariiroo waloo cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Raashiyaa fi Kuubaan hariiroo waloo cimsuuf waliigalaniiru. Pireezidaantiin Kuubaa Miiguweel Diyaaz-Kaaneel Bermuudeez Raashiyaatti daawwaannaa hojii…
Biiznasii Koorporeeshinichi waliigaltee invastimantii Birrii miiliyoona 500 mallatteesse Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)-Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwan Indaastirii Ityoophiyaa dhaabbata biyyaa keessaa Paaroon Tireediingi jedhamu waliin waliigaltee invastimantii Birrii…
Oduu biyya keessaa Bulchinsi magaalichaa hojjettoota kenna tajaajilaa gufachiisan irratti tarkaanfii fudhate Sifen Megersa Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu hojjettoota magaalichaa kenna tajaajilaa gufachiisan 29 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise. Bulchiinsi Magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Midhaan Nyaataa fi Qorichaaleen Meetirik Tooniin kumni 7 fi 887 naannoo Tigraayiif raabsame Sifen Megersa Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Midhaan Nyaataa Meetirik Tooniin kumni 7 fi 523, fi Qorichaaleen Meetirik Tooniin 364 naannoo Tigraayiif raabsamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Ispoortii Tapha Waancaa Addunyaa guyyaa 4ffaan taphoonni 4 ni taphatamu Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa sagantaa taphaa Waancaa Addunyaan taphoonni 4 ni taphatamu. Haaluma kanaan ramaddii 3ffaa jalaatti kan argaman Beeljeyemii fi Kanaadaan…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa Ibiddaa muudateen lubbuun daa’imman lamaa darbe Sifen Megersa Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa Ibiddaa muudateen lubbuun daa’imman lamaa darbuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Raamaataan Laamaamraan…
Ispoortii Meeksiikoo 0- Poolaand 0 Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Taphni Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Meeksiikoo fi Poolaand gidduutti gaggeeffame goolii malee goolabame. Taphni garee biyyoota lameen gidduutti…
Ispoortii Kiristaanoo Roonaaldoon Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuufi Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Kiristaanoo Roonaaldoon Waliigalteen kilabii Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuuf ta’uu kilabichi ibse. Kiristaanoo Roonaaldoon Kilaba Maanchistar…
Idil Addunyaa Saa’ud Arabiyaan Arjantiinaa goolii 2 fi 1injifachuu hordofee guyyaan boruu gayyaa boqonnaa akka… Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Mootiin Saa’ud Arabiyaa Saalmaan Biin Abdulaziiz gareen kubbaa miillaa Saa’ud Arabiyaa garee kubbaa miillaa Arjantiinaa goolii 2fi 1 injifachuu hordofee…